Kiristaana maaltu bakka heddutti gargar baase?
Hordoftoonni amantaa Kiristaa hundi Iayyasuus akka Waaqa ta’etti hubatu. Ammas ilma Waaqaa akka ta’etti fudhatu. Fannoos qabatu. Egaa maaltu bakka heddutti isaan baqaqse? Sababa maaltu akka qoqqoodamaniif isaan dirqisiise? Viidiyoon kun deebii qaba.
Kaayyoon: hubannoo gabbisuu, beekumsa dimokraatessuudha!!
