More

    Atleetiksii

    Ganzabee Dibaabaa ‘Sportswoman’ bara 2014 jedhamtee badhaafamte

    Sagantaa badhaasaa bara kana Laureus World Sports Awards Shaanghaay, Chaayinatti qopheesse irratti gootittiin atleet Ganzabee Dibaabaa 'sportswoman' bara 2014 jedhamtee moggaafamte. Kana jechuun dubartii keessaa gosa...

    Abarraa Kumaa maratoonii Rootardaam injifate

    Injifannoon maratoonii Rootardaam bara 2015 kan kufe harka atleet Abarraa Kumaatti. Abarraan injifannoo isaa kan mirjkaneesse 2:06:46 itti galuudhaan. Abarraan Rootardamitti injifatus sa'aa Fulbaana dabre...

    Ganzabee Dibaabaa fiigicha m5000 Carlsbad itti geggeeffame injifatte

    Atleetiin Oromoo Ganzabee Dibaabaa fiigicha m5000 Carlsbad, California itti geggeefame moo'atte. Ganzabeen fiigicha kana moo'achuu qofa osoo hintaane sa'aan isiin ittiin galtes baay'ee isa duraa...

    Birhaanee Dibaabaafi Indaashaawu Neggesee Maratoonii Tookiyoo injifatan

    Atleetonni Itoophiyaa dirree maratoonii dhuunfatan. Maratoonii Tookiyoo dubartootaa kan moo'atan Birhaanee Dibaabaatiifi Xiiqii Galaanaati. Injifattuun maratoonii Tookiyoo Birhaanee Dibaabaa (2:23:14) yoo taatu Xiiqii Galaanaa...

    Ganzabee Dibaabaa Siwiidinitti m5000 rikoordii haarawa galmeessiste

    A year ago, Genzebe Dibaba demolished the 3000m world Indoor record at the XL-Galan in the Ericsson Globe Arena in Stockholm. When she returned...

    Latest articles