More

    featured

    Qabeenyi Liibiyaa Raandii triliyoona heddutti shallagamu Aafrikaa Kibbaa keessatti dhoksameera jedhame

    Horiin Liibiyaa triliyoona heddutti laakkayamu Aafrikaa Kibbaa keessaatti dhoksamee akka jiru ‘the Sunday Independent’ gabaase. Akka gabaasa kanaatti irra jireessi horii kunaa dhoksaan kan...

    Arsenaalii fi Cheelsiin Injifataman; Manchastar Siitiin Cheelsitti dhiphise

    Daqiiqaan afurtanii-shanan jalqabaa Arsenaaliifis ta’ee deeggartoota isaa hundaaf kan rifannootaa, wonti hineegne keessatti raawwate ture. Taphni jalqabeen osoo qajeelatti hinbeekamne kan Piiter Krawuch goolii...

    NASAn Oraayen gara samiitti erguun gadaa Maarsii eegale

    Dhaabbanni Qorannoo Samii Ameerikaa xayyaara samii Oraayen jedhamu har’a sa’aa 7:05 akka nannoo baha Ameerikaatti gara samiitti erge. Bulchaan NASA, Chaarles Boolden, ‘har’a...

    Sooranni naannoo Mediteraaniyaanii umrii namaa dheeressuu danda’a jedhame

    Akk qorannoon haarofni mul’isutti, akka namoota naannoo galaana Medeteraaniyaaniitti nyaachuun hanga woggaa afurii fi wolakkaan umrii namaa dheeressuu danda'a. akka qorannoolee kanaatti umrii dheeressuuf kan...

    Taphattoonni 3 Ballon d’Or’ 2014 injifachuu malan beekaman

    Addunyaa ispoortii keessatti, keessumattuu ganda kubbaa miillaatti, oduun oo’ituu tarii mi’ooftuun tibbanaa eenyutu ‘Ballon d'Or’ FIFA bara 2014 injifata kan jedhu. Tarree dheeraan gara...

    Naannolleen [states] Ameerikaa 17 perezidaant Baarak Obaamaa irratti himannaa dhiheessan

    Naannoleen 17 biyya Ameerikaa perezidaantii biyyattii Baaraak Obaama irratti himannaa kan dhiheessan tankaarfii bulchiinsaa Obaamaan immaammata goodaansaa   biyyatti irratti fudhate, as dhihoo...

    Daldalli meeshaalee qulqullina hinqabnee Itoophiyaa keessatti rakkoo guddaa ta’eera

    Daldalli dhimma meeshaa qulqullina qabu ykn dhugaa daandii seeraa qabeessaan wolgeeddaruu qofaa irratti kan hundaayee miti. Dhimma woljijiirraa, bittaa gurgurtaa, kana keessatti wontoota seera...

    Steefen Hokiing roobootonni (Artificial Intelligence) dhabamiinsa sanyii namaaf sababa ta’uu danda’u jedha

    ‘Artificial intelligence’ maashinoota ykn meeshaalee (fkn roobootota) akka namaatti yaaduu fi waa hubachuu danda’aniidha. Aliens ammoo wontoota lubbuu qaban kan akka namaatti yaaduu dandan...

    Niitii fi ilmoon Al-Bagdaadii Libaanos keessatti qabamuun isaanii ifa godhame

    Niitiin fi ilmoon geggeessaa garee Biyyoota Islaamaa (ISIS) Abu Bakr al-Bagdaadii Libaanos keessatti qabamuu isaanii gabaasaaleen garagaraa mul’isutti jiran. Akka angawaa biyya Libaanos tokkotti,...

    Latest articles