More

    Fayyaa fi Jaalala

    All-time Best Oromo Love Songs Collection

    Sirboota Oromoo jaalalaa kanneen durii (oldies) https://youtu.be/_Vh0uYJhd4o?si=B-PUwZ_Q4zEeDJEk Sirbooota Oromoo jaalalaa kanneen yeroon hin shaarre weellistoota Oromoo bebbeekamoo hunda irraa. Sirboota akka Awaash osoo walirraa hincinne yaa'an...

    Buna dhuguun umrii dheerinaaf faaydaa guddaa qaba, jedha qorannoon haarofni

    Namoota buna dhuguu jaalattaniif oduun gaariin asbayeera. Guyyatti, akka qorannoon barruu Circulation addeessetti,  buna kobbee shanii gadi dhugdu taanaan carraan isin dhibee onnee, sukkaara,...

    Dhaabbanni Deenmaark Mobile App deettuu gargaaru Itoophiyaa keessatti hujiirra oolche

    Dhaabbanni miti-mootummaa biyya Deenmaark, Maternity Foundation, fayyadama bilbilaa (Mobile App) deettuu gargaaru Itoophiyaa keessatti hujii irra oolchuu ibseera. Fayyadamni bilbilaa (App) kuni daa’imman nagayaan...

    Tan qaama saalaa dheeressa jettee nama ajjeeste hidhaa woggaa 5’n adabamte

    Biyya Ameerikatti, jiraattuu naannoo New Jersey kan taate, Kasia Rivera adabbiin woggaa 5 kan itti murtaaye yaalii qaamaa saalaa dargaggeessa gannaa 22 guddisuuf ykn...

    Hubaatii sukkaarri fayyaa namaa irraan gayu

    Jaarraa hedduuf sukkaarii nyaata mi’eessaa, qaamaafis faayda-qabeessa ta’eeti kan ilaallamaa ture. Hanga yeroo dhihootti, sukkaaratti baay’inaan dhimma bayaa kan turan hawaasa hundaa miti. Ummata...

    Amaloonni namoota ciccimoo irraa calaqqisan maal fa’a?

    Dhimmoota heddu, milkaayuufi milkii dhabuu, funduratti tankaarfachuufi bakka yaadan hanqachuu kan murteessan. Isaan keessaa inni tokko, fagoo hin deeminaa, amala ykn aadaa keenya. Milkaayina...

    Hirriba gayaa dhabuun rakkoo dhibee sukkaaraafi onneetiif nama saaxila

    Namoonni guyyatti sa’aa 6 gadiif hirriba argatan kanniin hirriba gayaa argataniin yoo wolbira qabamu hireen isaan dhibee sukkaaraafi onneetiif saaxilamuu baay’ee ol ka’adha, jedha...

    Wol’aansa Artist Nuuhoo Goobanaaf gargaarsi ummataa gaafatame

    Artistii Oromoo, Nuuhoo Goobanaa, dhibee sukkaaraan dararamaa jiru wol’aanuuf gargaarsi ummataa gaafatame. Nuuhoo Goobanaa yeroo dheeraadhaaf dhukkubaan dararamaati kan ture. Dhukkubni itti hammaatee, yeroo...

    Faaydaalee dammaa kanniin beektuu?

    Faaydaa guyyatti bishaan gayaa dhuuguun qaama keenyaaf qabu beekna. Bishaan damma qabuu dhuguun hoo faaydaa dabalataa nuuf laata? Eeyyen! Bishaan damma qabu dhuguun hedduu bu’a...

    Latest articles