More

    Fayyaa fi Hawaasa

    Ummanni kanneen Hannaa ajjeesan seeraaf akka dhihaatan gaafachuu itti fufe

    Kan jibban nama hinhanqatu. Gudeeddaan hangamuu fokkisaa ta’us, dhugaa dubbachuuf biyya keennaaf haarawaa miti. Garuu, gocha shamara ganna 17 nama 5 daanii irratti, magaalaa...

    Bunni faaydaa fayyaa heddu qabaachuun isaa beekame

    Yeroo barataa turetti maatiin koo barataan buna hindhugu jedhaa buna irraa na ittisaa turan. Heddu itti milkaayan natti hinfakkaatu , garuu. Isaan buna dhugan,...

    Guyyaa Duutan Tilmaamuun Danda’ama-Uggitan Yoo Ta’e

    Guyyaa duutan beekuu barbaadduu- guyyaa fi sa’aa dabalatee? Guyyaa kana, sa’aa kana duutan yoo isiniin jedhame maal gootan? Har’umaa eegaltanii dhiphattu mooo itti qophooftu? Isa...

    Balaan Kaansarii Qaama Salaatiif [prostate cancer] Saaxilamuu Namoota Wolqunnamtii Dubartii Heddu Woliin Qaban Biratti Nixiqqaata

    Namoonni jiruu isaanii keessatti wolqunnamtii saalaa dubartii 20 ol woliin qaban carraan isaan dhibee kaansariin qabamuu 28% gadi bu’aadha, jedhu saayinsistoonni Yunivarsiitii Montiriyaal...

    Dhibee Iboolaa, Maallattoo isaa fi Tankaarfii Fudhatamuu Malu

    Iboolaan dhibee yeroo ammaa maqaa isaa dhahuu mitii gurraan dhagayuufis jibbisiisaa fi sodaachisaa kan ta’eedha- Aafrikaa fi Afrikaan alattis. Dhibeen kuni nama heddu ajeesuu...

    Latest articles