More

    Fayyaa fi Hawaasa

    Dheerinni dubartiifi umriin ulfaa wolitti hidhata qabaachuun beekame

    Haadha irraa ilmoon kan dhaaltu waan heddu. Dheerinaafi bifti haadhaa ilmoo irratti dhiibbaa akka qaban ni beekama. Hojjaan haadhaa ilmoon garaa jirtu baatii sagal...

    Keeniyaa keessa gandi jiraattonni dubartoota  qofaa jiraachuu quba qabduu?

    Laga gama, asuma biyya ollaa Keeniyaa, ganda dubartoonni qofti keessa jiraatantu jira. Gandi Umojaa jedhamu kuni , bara 1990 hundeeffame, kan dubartoonni itti baqataniifi...

    Daa’imti umrii 11 gudeeddiin ulfoofte ilmoo dhalte

    Daa’imti umrii 11 humnaan gudeedamtee ulfaaf itti hinqophoofneef saaxilamte takka ilmoo dayuu gabaafame. Kuni kan uumame biyya Paaraaguwaayitti.  Akka gabaasa biyya sanii bayeetti daa’imti...

    Barbareen nyaata mi’eessuuf qofa osoo hintaane umrii dheeressuufis faaydaa qabdi

    Qorannoon biyya Chaayinaatti namoota 487,375 irratti geggeefame kan mirkaneesse barbareen nyaata mi’essuuf qofa osoo hintaane umrii dheeressuufis faaydaa qabaachuu isiiti. Barbareen raajii kana kan...

    Gorsa hayyootaa 13 dhagayuufi dalagaa irra oolchuu qabnu

    Jireenyaafi muuxxannoo hayyootaafi manguddootaa irraa waan heddu kan baratamu. Daandii isaan irraa waa ittiin barachuun danda'amu heddu. Inni tokkoo, tarii hawaasa tokko tokko keessatti...

    Dargaggummatti qabxiilee kanniin irratti yoo hojjattan gaafa dullummaa hinseenoftan

    Namoota jaaran ykn dullooman irraa yeroo heddu kan dhagayamu osoo yeroo dargaggummaa koo kana godhee ykn san raawwadhee ture waan jedhu- seenahuu. Dargaggoonni har'aa...

    Guyyaa faayda-qabeessa qabaachuuf ganama qabxiilee 7n kanniin irratti hojjachuu qabdu

    Guyyaan guutuun ganama irratti kan bu’uureffame. Ganama gaarii qabaachuun guyyaa gaarii qabaachuudha. Ganamni bade taanaan; woyataa, bowwaafataa, ufhifataa lafaa kaanaan guyyaan guutuun galaafatame. Egaa...

    Ootizimiin daa’imman haawwotii umrii 20 gadiifi 40 olii irraa dhalatan irratti hedduminaan mul’ata

    Ootizimiin 'autism' dhibee guddina sammuu daa’immaniiti. Dhibeen kuni gufuu jireenyaafi guddina daa’immanii afoo dhaabateedha: dhihaafi bahattis. Dhibeen Ootizimii (autism) hangamuu yaaddessaa ta’us dawaa wonti...

    Looziin jireenya fayya-qabeessaafis ta’ee umrii dheerinaaf tajaajila guddaa qabdi, jedhu qorattoonni

    Saayinsistoonni faaydaalee nyaanni adda addaa qaban gargar baasanii beekuudhaaff qorannoo gosa hedduu geggeessan. Yeroo dheeraadhaaf dhibee du’aatii namootaaf sabab guddaa ta’aa dhufan, keessumattuu biyyoota...

    Latest articles