More

    Viidiyoo

    Taphni viidiyoo dandeettii dafanii waabarachuu nama gonfachiisa

    Tapha viidiyoo (action video game) taphachuun muuxxannoo taphichaa horachuu qofa irratti akka hindaangofne qorannoon mul’ise. Tapha viidiyoo taphachuun wolumaagalatti dandeetti dafanii waa barachuus akka...

    Fiilmiin Ajaa’iba jedhamu Gurraandhala 2015 bayuuf jira

    Gama guddina aartii Afaan Oromootiin wontoonni gaggaarii fi kanneen nama abdachiisan hedduun mudhataa jiru. Barreeffamaa fi sirbaan alatti, hojiin fiilmii Afaan Oromoo bara kana...

    Fiilmiin Asaantii Sadaasaa 15 Minisootatti Eebbifame

    Fiilmiin haarawa Afaan Oromo Asaantii jedhamu dhuma baatii kanaa irratti biyya Ameerikaa magaalaa Minisootatti Sadaasaa 28 fi 29 galma tiyaatiraa keessatti ummatatti akka agarsiifamu...

    Latest articles