More

    Bashannana

    All-time Best Oromo Love Songs Collection

    Sirboota Oromoo jaalalaa kanneen durii (oldies) https://youtu.be/_Vh0uYJhd4o?si=B-PUwZ_Q4zEeDJEk Sirbooota Oromoo jaalalaa kanneen yeroon hin shaarre weellistoota Oromoo bebbeekamoo hunda irraa. Sirboota akka Awaash osoo walirraa hincinne yaa'an...

    Irreessi Hara Arsadiifi biyyoota addunyaa garagaraa keessatti bifa oo’aan kabajame

    Irreessi bara 2015 Bishooftuu (Hara Arsadii) fi biyyoota addunyaa garagaraa keessatti bifa hedduu oo'aa ta'een kabajame. Bara kana Irreessi Oromiyaa magaalaa Bishooftuutti, Hara Arsadii,...

    Sagaleen Oromoo Idil-addunyaa agarsiisa aadaa Toroontotti qopheessuuf

    Dargaggoonni Oromo “Oromo Voice International OVI" (Sagalee Oromoo Idl-addunyaa), sagantaa agarsiisa aadaa mataduree Tokkummaa jedhuun Onkoloolessa 11 bara 2015 Toroontotti qopheessuuf qophii irra jiraachuu...

    Fiilmiin Ajaa’iba jedhamu magaalota Amerikaatti daawwannaaf dhiyaatuuf

    Fiilmiin Afaan Oromoo Ajaa'iba jedhamu Ebla 4 magaalaa Chikaagootti ummataaf dhihaata, akka ibsa daayireektarichaa Saamson Maarqoositti. Akka Saamson VOA Afaan Oromootti himetti qabiyyeen fiilmii Ajaa'ibaa jireenya...

    Aabbush Zallaqee istuudiyoo fiilmii Finfinnee keessatti bane

    Artist Aabush Zallaqee istuudiyoo sirbaafi fiilmii haarawa magaalaa Finfinneetti banuudhaan hawiisaa kan yeroo dheeraa dhugoomse. Istuudiyoon kuni Rufa Film production jedhama. Rufa jechuun waan...

    Taphni viidiyoo dandeettii dafanii waabarachuu nama gonfachiisa

    Tapha viidiyoo (action video game) taphachuun muuxxannoo taphichaa horachuu qofa irratti akka hindaangofne qorannoon mul’ise. Tapha viidiyoo taphachuun wolumaagalatti dandeetti dafanii waa barachuus akka...

    Paaspoortiin keessan hagam humnaqabeessa?

    Humna hagam paaspoortiin harkaa qabdan ykn biyya keessanii akka qabu baruu feetuu? Finlaand, Siwiidin, UK Afgaanistaan, Iraaq fi Somaaliyaan Itoophiyaan jalaa ol 20ffaa irra jirti. Kan...

    Fiilmiin Ajaa’iba jedhamu Gurraandhala 2015 bayuuf jira

    Gama guddina aartii Afaan Oromootiin wontoonni gaggaarii fi kanneen nama abdachiisan hedduun mudhataa jiru. Barreeffamaa fi sirbaan alatti, hojiin fiilmii Afaan Oromoo bara kana...

    Fiilmiin Asaantii Sadaasaa 15 Minisootatti Eebbifame

    Fiilmiin haarawa Afaan Oromo Asaantii jedhamu dhuma baatii kanaa irratti biyya Ameerikaa magaalaa Minisootatti Sadaasaa 28 fi 29 galma tiyaatiraa keessatti ummatatti akka agarsiifamu...

    Latest articles