More
    Home Blog

    Iskoolarshiippii (Scholarship) Argachuuf Wantoonni Murteessoo Ta’an isaan kanniin

    0

    Carraa barnoota alaa argchuu

    Haawwii fi eebjuu Awurooppaa fi Ameerikatti barachuu qabduu? Iskoolarshiippii (Scholarship) argachuu feetuu? Viidiyoo kana keessatti, muuxxaannoo kootii fi haala qabatamaa irra dhaabachuudhaan gorsa laataa hordofaa.

    Ortodoksii fi Kaatolikii: Qoqqoodamiinsa Kiristaanaa Guddicha Bara 1054

    0

    Kiristaana maaltu bakka heddutti gargar baase?

    Hordoftoonni amantaa Kiristaa hundi Iayyasuus akka Waaqa ta’etti hubatu. Ammas ilma Waaqaa akka ta’etti fudhatu. Fannoos qabatu. Egaa maaltu bakka heddutti isaan baqaqse? Sababa maaltu akka qoqqoodamaniif isaan dirqisiise? Viidiyoon kun deebii qaba.
    Kaayyoon: hubannoo gabbisuu, beekumsa dimokraatessuudha!!

    Sunnii fi Shi’aa: Tokkummaa fi addaaddummaa garee lamaanii (Kutaa 2ffaa)

    0

    Kaliifotaa fi Imaamota, Madda Seeraa (Shari’aa), Mazhaba, Salaata, Ziyaaraa fi Ji’oopolitikaa irratti

     

    Islaama maaltu Sunnii fi Shi’aatti gargarbaase? Maaltu ummaa Muslimaa addaan fageesse? Sababa maaltu masjiida kophatti akka ijaarataniif isaan dirqisiise? Viidiyoon kun waa’ee Sunnii fi Shi’aa, tokkummaa fi addaaddummaa garee lamaan jidduu jiru ilaallata. Madda odeeffannoo amanamoo irratti hundaayuudhaan, keessattuu waa’ee walmormii eenyu Khaliifaa (kaliifaa) ta’uu qabaa, Fitnaa Jalqabaa fi Lola Karbalaa irratti hubannoo madaalawaa laata. Kaayyoon: hubannoo gabbisuu, beekumsa dimokraatessuudha!!

    Sunnii fi Shi’aa: Tokkummaa fi addaaddummaa garee lamaanii

    0

    Islaama maaltu Sunnii fi Shi’atti gargarbaase?

    Islaama maaltu Sunnii fi Shi’aatti gargarbaase? Maaltu ummaa Muslimaa addaan fageesse? Sababa maaltu masjiida kophatti akka ijaarataniif isaan dirqisiise? Viidiyoon kun waa’ee Sunnii fi Shi’aa, tokkummaa fi addaaddummaa garee lamaan jidduu jiru ilaallata. Madda odeeffannoo amanamoo irratti hundaayuudhaan, keessattuu waa’ee walmormii eenyu Khaliifaa (kaliifaa) ta’uu qabaa, Fitnaa Jalqabaa fi Lola Karbalaa irratti hubannoo madaalawaa laata. Kaayyoon: hubannoo gabbisuu, beekumsa dimokraatessuudha!!

    Seenaa Islaama Awurooppaa: Impaayera Osmaan (Türkiye)

    0

    Imaayerri Osmaanii (Turkii) Kibba Baha Awurooppaatti seenaa maal hojjate?

     

    Seenaa Islaama Awurooppaa (Impaayera Osmaan (Türkiye)). Islam in Europe (Balkans) Islaamni waggaa 500 dura akkamitti gara ardii Awurooppaa akka tarkaanfate, tooftaa akkamiin naannoo Balkaan, Kibba Baha Awurooppaa, akka qabate, seenaa maal fakkaatu akka hojjatee fi ashaaraa kam Awurooppaa irra akka kaayate agarsiisuuf yaalla. Kutaan 3ffaa kun Impaayera Osmaan (Türkiye ykn Turki) irratti xiyyeeffata.

    Seenaa Islaama Awurooppaa. Sisilii (Italy)

    0

    Seenaa Islaama Awurooppaa (Sisilii, Kibba Itilii). Islam in Europe (Sicily) Islaamni waggaa 1000 dura akkamitti gara ardii Awurooppaa akka tarkaanfate, tooftaa akkamiin naannoo Sisilii, Kibba Itilii, akka qabate, seenaa maal fakkaatu akka hojjatee fi ashaaraa kam Awurooppaa irra akka kaayate agarsiisuuf yaalla. Kutaan 2ffaa kun Sisilii (Italy ykn Xaaliyaanii) irratti xiyyeeffata.

    Islaamaa fi Awurooppaa: Seenaa Islaama Al Andaluus (Iberia)

    0

    Seenaa Islaama Al Andaluus (Iberia/Spain)

    Seenaa Islaama Awurooppaa (Al Andalus). Islam in Europe (Al Andalus) Islaamni waggaa 1000 dura akkamitti gara ardii Awurooppaa akka tarkaanfate, tooftaa akkamiin naannoo Al Andaluus akka qabate, seenaa maal fakkaatu akka hojjatee fi ashaaraa kam Awurooppaa irra akka kaayate agarsiisuuf yaalla. Kutaan 1ffaa kun Al Andaluus (Iberia ykn Spain ykn Ispeen) irratti xiyyeeffata.

    The best of Ali Birra Songs (non-stop) collection

    0

    Sirboota Alii Birraa jaalatamoo (Ali Birra songs collection)

    Sirboota Dr Alii Birraa jaalatamoo fi kan yeroon hin shaarre. Sirboota heddu bakka tokkotti walitti qabneerraa dhaggeeffadhaa…hojii fi seenaa Aliin olkaayes dinqisiifadhaa.

    The best of Ali Birra non-stop collection. Enjoy Ali Birra’s oldies & timeless songs!!

    Dhugaatiin sukkaarri itti heddummaate dhibee sukkaaraa, onneefi kaansariif balbala saaqa

    0

    Waan hedduu mi’aayu ykn sukkaara qabu jaalattuu? Itti yaadaa. Qorannon heddu yeroo adda addaatti kan ifa godhe nyataafi dhugaatiin sukkaarri itti dabalame fayyaa namaatiif gaarii ta’uu dhabuu isaati. Dhugaatii sukakarri itti heddumaate dhuguu keennaan rakkoon battalumatti nurra gayu hinjiru. Balaan isaa waan gara boodaati. Ufeeggannaa barbaachisu hingoonu taanaan sukkaara heddummeessuun rakkoo fayaaf balbala saaqa, akka qorannoo barruu Circulation jedhamu irratti bayetti.

    Dhugaatii sukkaarri itti eda’ame jechuun kanniin akka dhugaatii lallaafaa, cuunfaafi (inni sukkaara hinqabne rakkoo miti) dhugaatii anniisaa laatu dhuguun ykn heddumeessuun fayyaaf rakkoodha.  Maaliif? Dhugaatii sukkaarri itti heddummaate kana dhuguun kan nama geessu gara dhibee sukkaaraa, onneefi kaansariitti. Dhibee kanniin fagotti ufirraa tiksuu kan fedhu hundi tankaarfiin inni fudhachuu qabu tokko, ammumaa kaasee, sukkaara hir’isuudha.

    Qorannoon kuni  isaan kan dura sukkaara irratti geggeeffame hunrraa kan gadifageenyaan geggeeffameedha. Qorannoon kuni kan xumura kanarraa gaye ragaalee erga bara 1980 eegalee wolitti sassaabaa ture irratti hundaayuudhaan. Qorannoo kana irratti biyyoota 51fi namoota wolakkaa miliyoonaa ol ta’aniidha kan hirmaatan.

    Biyyoonni namoonni rakkoo sukkaara heddummeessuun wolqabateen hedduminaan keessatti du’an kan dursan Meeksikoofi Ameerikaadha. Rakkoon fayyaa sukkaaraan biyyoota hundarra Jaappaan keessatti baay’ee xiqqaadha. Rakkoon fayyaa sukkaaraan wolitti hidhatu kuni rakkoo manguddootaa qofa miti; namni umrii kamuu irra jiru hanga sukkaara heddumeessetti rakkoo kanaaf kan saaxilameedha.

    Rakkoon sukkaaraa ammas akka namoonni tokko tokko yaadan rakkoo biyyoota guddatanii qofaa miti. Qorannoon kuni rakkoon sukkaaraa kan heddumaataa dhufe biyyoota guddinaan sadarkaa gadi aanaafi jiddu galeessa irra jiran keessatti ta’uu isaas jala sarareera. Itti yaaduu kan qabnu ta’uu isaati kuni kan ahunda keenyatti mul’isu.

    Ethiopian PM rebuffs mediation attempts as Tigray deadline nears

    0

    Abiy Ahmed faces growing calls to end conflict that threatens to destabilise eastern Africa

    Abiy Ahmed, the prime minister of Ethiopia, has forcefully rejected efforts by international powers to bring hostilities in the north of the country to an end.

    Abiy’s statement on Wednesday came hours before a deadline for the surrender of the leadership of the restive region of Tigray expires, after which federal troops have been ordered to attack its capital, Mekelle.

    There are growing calls for mediation to halt a conflict that threatens to destabilise a swath of east Africa. Hundreds, possibly thousands of people, have died so far, and many more forced to flee their homes.

    The leader of the Tigray People’s Liberation Front (TPLF), the ruling party in the region, said on Tuesday his people were “ready to die” defending their homeland, rejecting the prime minister’s Sunday night demand that they lay down their arms within 72 hours.

    Abiy launched the military campaign against the TPLF on 4 November, accusing it of attacking federal military camps in the northern region and seeking to destabilise the country.

    The 44-year-old leader, who won the Nobel peace prize last year, said the TPLF had orchestrated a “spate of violent attacks” across Ethiopia to “frustrate the democratisation process”.

    “A fundamental element of the international legal order is the principle of non-intervention in the internal affairs of sovereign states … We respectfully urge the international community to refrain from any unwelcome and unlawful acts of interference,” Abiy said.

    In his first year in office after coming to power in 2018, Abiy released thousands of political prisoners and pushed through a series of changes. Some of these were reversed in his second year, amid a rise in political and ethnic tension.

    Officials in Addis Ababa, the Ethiopian capital, describe the offensive in Tigray as a “law enforcement operation” aiming to remove “traitorous” rebel leaders and restore central authority. The TPLF says it is defending its legitimate rights under Ethiopia’s devolved constitutional system.

    The federal army has told reporters its forces are within 37 miles (60km) of Mekelle, the seat of the TPLF.

    The army has threatened a “no mercy” assault on the city, warning civilians to distance themselves from the TPLF and leave while they can. The threat has prompted global concern, with human rights campaigners saying it could breach international legal codes.

    Abiy has urged the people of Mekelle to side with the national army against the TPLF “in bringing this treasonous group to justice”.

    TPLF officials have denied Mekelle is surrounded and its spokesman, Getachew Reda, said an important army unit – which he named as the 21st mechanised division – was destroyed in an assault at Raya-Wajirat led by a former commander of that unit now fighting for the TPLF. The prime minister’s spokeswoman, Billene Seyoum, denied the claim.

    However, the clash appears to have taken place 15-20 miles (25-35km) from Mekelle, suggesting federal troops have advanced a considerable distance into Tigray from the border with neighbouring Amhara province, from where most of their forces started two weeks ago.

    By invoking the principle of non-intervention, Abiy hopes to rally support from other African countries and rebuff intensifying pressure from the United Nations, the US, the EU and other powers for a ceasefire, analysts said.

    The UN security council scheduled, cancelled, then rescheduled its first meeting to discuss the situation on Tuesday as African and European nations argued over holding a debate.

    The EU, which is a major aid donor to Ethiopia, also expressed concern over “increasing ethnic-targeted violence, numerous casualties and violations of human rights and of international humanitarian law”.

    The African Union chair, South Africa’s president, Cyril Ramaphosa, has backed sending three high-level envoys for Ethiopia, an initiative the UN praised for “efforts to peacefully resolve the conflict”, but which seems to have lost momentum.

    Officials in Addis Ababa have said any envoys would not be allowed to meet the TPLF leadership.

    Ethiopia has long been a linchpin of US policy in the fragile east African region and so far Washington has supported Abiy.

    Tibor Nagy, the US assistant secretary for African affairs, said last week: “This is not two sovereign states fighting. This is a faction of the government running a region that has decided to undertake hostilities against the central government.”

    However, Jake Sullivan, the national security adviser-designate for the US president-elect, Joe Biden, said on Wednesday he was “deeply concerned about the risk of violence against civilians, including potential war crimes, in the fighting around Mekelle in Ethiopia” and called for an immediate start to dialogue involving both sides facilitated by the African Union.

    A communications blackout in the region has made claims from both sides difficult to verify.