More

    Saayinsii

    Haalli qilleensa El Nino cimaan uumamuuf deema; Gaafa Afrikaas hubuun nimala

    Bara kana oo'i Galaana Paasifik irraa ol ka'uun haala qilleensaa addunyaa kan geeddaru ta’uun beekameera. Jijjirama qilleensa addunyaaf sababa kan ta’u uumamuu haala qilleensa...

    NASA’n suuraa ardii fageenya miliyoona km 1.6 irraa kaasuu danda’eera

    Instiitiyuutiin Qorannoo Samii Ameerikaa (NASA) yeroo jalqabaatiif surraa ardii fageenya km miliyoona 1.6  irraa kaasuu danda’e. Suuraa kana kaastee gara ardiitti kan ergite saatalaayitii...

    Xayyaarri samii imala km biliyoona 4.8 booda plaaneetii Pluutoo bira gaye

    Saayinsiin, keessattuu inni qorannoo samii, hojii daangaa ce’uufi fuullee haarawa saaquu cimsee itti fufeera. Tibbana gara mooraa qorattoota samii/hewaa (akkasuma  dinqisiifattootaattis) gammachuu hedduu guddaa...

    Yunivarsiitiin Kalifoorniyaa onnee namtolcheetti fayyadamuun umrii dhukkubsattuu dheeresse jedha

    Qaamni namaa kanniin akka onnee, sombaafi tiruu hir’achuun ykn dhukkubsachuun du’atti nama geessa. Yaalaan fayyisuun alatti kan biraatiin bakka buusuun waan yaadamu ykn danda’amu...

    Daqiiqaan dhumaa guyyaa har’aa sekondii 61 qabaachuuf deemti, jedha NASAn

    Guyyaan har'aa guyyaa hundarra dheeraadha. Sababni isaas waan marsaan lafaa sekondii tokkoon duubatti harkifatuuf. Isa kanaan saayinsistoonni leap second jedhu. Leap year beektu. Dubbichi...

    Airbus rookkeettii si’a heddu gara samiitti dhuka’uu dandeettu hojjachuudhaaf

    Nama, meeshaafi saatalaayitii gara samii/hewaatti erguuf gufuulee heeddutu jiru. Isaan ijoon teknolojiifi baasiidha. Biyyoonni hangi tokko teknolojii (beekumsa) rookkeettii gara samiitti dhukaasuu qabaatanis humna...

    Qaroominni Aksumiifi kan Roomaa wolitti hidhata cimaa qabaachuu isaatiif ragaan argame

    Waa’ee qaroomina Aksumiin, keessumattuu ijaarsa siidaalee, wolqabatee wontoonni qajeelatti hinbeekamne heedutu jira. Isaaan keessaa inni guddaan gaafii siidaaleen Aksumii, kanniin yoo xiqqaate woggoota 2000...

    Yunivarsiitiin Ameerikaa MITn roobootii dandeettii gufuu utaaluu qabdu uume

    Robootonni waa heddu akka hojjatan nibeekna. Roobootonni hujii nama gargaaruu bira ce’anii gara waan namni hojjachuu hindandeenne ykn hojjachuuf bira hingeennetti ce’aniiru. Yeroo kanatti...

    Barnoonni sadarkaa ol’aanaa kaffaltii malee gama intarneetiin kennamu namoota miliyoona heddu tajaajilaa jira

    Barnoonni gama intarneetiin kennamu (Massive Online Courses-MOOCs) yeroo dhihoo as hedduu babal'ataatiin kan dhufe. Gama intarneetiin barnoonni kennamu akaakuu barnootaa hunda kan ammatu yoo...

    Latest articles