More

    Fayyaa fi Hawaasa

    Qorannoo: Namoonni umriin 40 – 70 jidduu jiran woggaa 5 keessatti hiree du’aafi jiruu isaanii gargar baafachuu nidanda’u

    Fayyaa qabaachuufi hir'achuu hedduun keenya ufbeekna. Irra deddeebi’aa dhukkubsachuun agarsiisa duuti dhihaachuu ta’uus hubanna. Kan dhukkubsate hundi nidu’a jechuus miti, garuu. Hangamuu dhibaman, siree...

    Wantoonni namoonni Facebook irratti gadilakkisan amala isaanii calaqqisa, jedhu qorattoonni

    Qorattoonni Facebook irratti qorannoo adda addaa godhaati kan turan. Qorannoon haarofni tibbana ifa ta’e ammoo kan xiyyeefate wolitti hidhata amala namoota Facebook fayyadamaniifi wontoota...

    African nations made gains towards achieving MDGs, WHO data shows

    Ethiopia made significant gains in two categories: reducing under 5 child mortality and combating HIV. Nonetheless, the country is trailing the rest of African...

    Laaybeeriyaan Iboolaa too’annaa jala oolchite

    Woggaa dabree keessa oduun dansaan Laaybeeriyaa irraa bayaa hinturre. Amma garuu, Laaybeeriyaan oduu gammachiisaa qabdi addunyaa guutuuf: Iboolaa to’annaa jala oolchite. Oduun kuni ummata...

    Haawwotiin hiyyummaafi qilleensa faalameef saaxilaman ijoollee IQ gad’aanaa qaban dayan, jedha qorannoon

    Erga dhalatanii booda jiruu gaarii qabaachuufi naannoo bareedaa keessatti guddachuun guddinaafi fayyaa daa’immaniitiif, isa qaamaafi sammuu, baay’ee murteessaa ta’uu isaa saayinsiin kan irratti wolii...

    Gabaasa Gammachuu Addunyaa bara 2015tiin Itoophiyaan sadarkaa 122ffaa irratti argamti

    Gabaasni Gammachuu Addunyaa (Wolrd Happiness Report) 2015 ifa ta'e. Akkuma maqaan isaa ifatti mul'isutti gabaasni kuni kan xiyyeefatu ummanni biyyoota addaddaa keessa jiraatan sadarkaan...

    Zeeytiin zeeytuunaa dhibee kaansariitiif dawaa ta’uun nimala jedhame

    Zeeytiin zeeytuunaa dhibee heddu namarraa ittisuufis ta’ee erga dhibeen qabamaniis nama fayyisuu kan danda’u ta’uu isaati kan yeroo heddu himamu. Zeeytiin kuni keessumattuu...

    Daandii 8 ijoollee gamnummaafi gammachuun guutaman ittiin guddisuun danda’amu

    Maatiin hundi daa’imman akkamii guddisuu barbaaddan gaafiin jedhu yoo dhihaatuuf deebiin isaani ifa. Hundumti jechuun nidanda'amaa, ijoollee gamnummaafi gammachuun guutaman qabaachuu fedha. Hawwiin maatii...

    Amaloota 10 sadarkaa ufitti amaniinsa guddaa ittiin horachuun danda’amuun

    Waa hojjachuu feena, garuu hindandeenyu jedhaa ufihiina; ufdhoorgina. Waa dubachuus barbanna; ammas namni nutti kolfinnaaf qaanfanna, afaan qabanna. waan yaanne godhuu irraa adabanna. Intala...

    Latest articles