More

    Baan Kii-muun mootummaan Itoophiyaa mirga ummataa kabajuu qaba jedhu

    Baan Kii-muun, mataan Mootumoota Gamtoomanii, mootummaan Itoophiyaa mirga labbii biyyattii akka kabaju gaafate. Baan Kii-muun haala Itoophiyaa yaaddoo guddaan kan hordofaa jiran, akka dubbataa isaaniitti.

    Baan Kii-muun yaada isaanii kana kan laatan labsii yeroo muddamsuu Woyyaaneen baaste hordofeeti.  Keessumattuu labsiin kuni humni waraanaa daandii irraa ummata guuraa akka hidhuuf hayyamuu fi intarneetii ummata irratti cufuun hedduu yaachisaa ta’uu Baan Kii-muun ibsaniiru.

    Rakkoo biyyattiif fala arguudhaaf mariin badhaan qaamota siyaasaa biyyattii hunda hirmaachise godhamuu qaba jedhan, Baan Kii-muun.

    Labsii yeroo muddamsuu Woyyaaneen muddamtee labsite kana addunyaa mara irraa qeeqaa fi balaaleffannaan  cimaan mudataa jira.

    Admin
    Adminhttps://www.walabumedia.com/
    Researcher & blogger. Focus on Ethiopia, Oromia and the Horn of Africa. 2 Inspire Qubee Generation & Empower Afan Oromo speakers! For story tips, naqunnamaa. email awaashpost@gmail.com

    Latest articles

    Related articles

    Leave a reply

    Please enter your comment!
    Please enter your name here

    This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.