FEATURED

SIYAASA

Ethiopian PM rebuffs mediation attempts as Tigray deadline nears

Abiy Ahmed faces growing calls to end conflict that threatens to destabilise eastern Africa Abiy Ahmed, the prime minister of Ethiopia, has forcefully rejected efforts by...

Tarkaanfiin Irreecha Finfinnee fi Arsadii irratti fudhatame qaama sabboonummaa, tokkummaa fi duudhaa Oromoo ajjeesuuti

Abbootiin Gadaa bitamuu ykn shira PPn gowwoomuu hin oolle Irreechi Hora Finfinnee fi Arsadii, inni bara 2020/13, irreeffatamee irra yaadatame waan jedhutu ibsa. Kunis sababa...

DIINAGDEE

SAAYINSII

FAYYAA

ISPOORTII

Piriimer Liigii Cheelsiin, La Liigaa Riyaal Maadriid, Shaampiyoonsi Liigii Baarseloonaan akka injifatu qorannoon mul’isa

Taphoonni Piriimer Liigii Ingiliizii fi liigota Awurooppaa biroo qabsoo liigiicha moo’achuuf taasisan haalaan cimsanii itti fufanii jiru. Jalqabaa kaasee hanga dhumaatti dhimmi deeggartootaa kilabootaa...

Atleet Eebbisaa Ijjiguu fiigicha Kanaadatti geggeeffame irratti Woyyaanee balaaleffate

Atleet Eebbisaa Ijjiguu fiigicha Maaratooni Kubeek (Kanadatti) geggeeffame irratti harka isaa lamaan olqabuudhaan mormii mootummaa Woyyaaneef qabuu fi deeggarsa qabsoo Oromoof  ibse. Ebbisaan mallattoo...

Atleet Lammii Birhaanuu fi Atsadee Baayyisaa maaratoonii Boostan injifatan

Atleetonni Oromoo wolmorkii maaratoonii Boostan, Ameerikati geggeeffame mooátan. Atleetonni keenya dhiiraa-dubartiin magaalaa Boostan kan dhuunfatan woggootta heddu booda. Atleet Lammii Birhaanuu fiigicha maaratoonii Boostan saáa...

Ganzabee Dibaabaa IAAF World Athlete of the Year jedhamte

Gootittiin ateleet Ganzabee Dibaabaa atleetii addunyaa (IAAF WOLRD Athlete of the year) bara 2015 jedhamte. Ganzabeen muudama kana kan argatte woldorgommii atleetota dubartoota guutuu...

Atleetonni keenya fiigicha Ispeen, Jaappaanii fi Turkitti geggeeffame injifannoon xumuran

Fiigicha fageenya km 9 IAAF Cross Country Atapuerca'tti, Ispeen, geggeeffame atleet Imaanaa Margaa daqiiqaa 25:02 galuudhaan injifate. Imaanaa Margaa dirree Atapuerca irratti wolmorkii kana kan...

BASHANNANA

Irreessi Hara Arsadiifi biyyoota addunyaa garagaraa keessatti bifa oo’aan kabajame

Irreessi bara 2015 Bishooftuu (Hara Arsadii) fi biyyoota addunyaa garagaraa keessatti bifa hedduu oo'aa ta'een kabajame. Bara kana Irreessi Oromiyaa magaalaa Bishooftuutti, Hara Arsadii,...

Sagaleen Oromoo Idil-addunyaa agarsiisa aadaa Toroontotti qopheessuuf

Dargaggoonni Oromo “Oromo Voice International OVI" (Sagalee Oromoo Idl-addunyaa), sagantaa agarsiisa aadaa mataduree Tokkummaa jedhuun Onkoloolessa 11 bara 2015 Toroontotti qopheessuuf qophii irra jiraachuu...

LATEST ARTICLES